Uumama 20:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Boodas Waaqayyo halkan keessa abjuudhaan gara Abimelek dhufee, “Ishiin kan heerumtee fi kan nama kan biraa waan taateef,+ sababii dubartii fudhatte sanaatiin ati ni duuta”+ isaan jedhe.
3 Boodas Waaqayyo halkan keessa abjuudhaan gara Abimelek dhufee, “Ishiin kan heerumtee fi kan nama kan biraa waan taateef,+ sababii dubartii fudhatte sanaatiin ati ni duuta”+ isaan jedhe.