Uumama 25:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yisihaaq yommuu Ribqaa fuudhetti umuriin isaa waggaa 40 ture; ishiin intala Beetuʼel+ Aaraamichaa isa nama biyya Phaadaan Aaraam taʼe sanaa fi obboleettii Laabaan Aaraamichaa turte. Hoseʼaa 12:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yaaqoob gara naannoo* Aaraamitti*+ baqate;Israaʼel+ haadha manaa argachuuf achitti ni tajaajile,+Haadha manaa argachuuf jedhee hoolota ni tikse.+
20 Yisihaaq yommuu Ribqaa fuudhetti umuriin isaa waggaa 40 ture; ishiin intala Beetuʼel+ Aaraamichaa isa nama biyya Phaadaan Aaraam taʼe sanaa fi obboleettii Laabaan Aaraamichaa turte.
12 Yaaqoob gara naannoo* Aaraamitti*+ baqate;Israaʼel+ haadha manaa argachuuf achitti ni tajaajile,+Haadha manaa argachuuf jedhee hoolota ni tikse.+