Uumama 31:22, 23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Guyyaa sadaffaatti Yaaqoob baqachuun isaa Laabaanitti himame. 23 Kanaafuu, inni obboloota* isaa fudhatee adeemsa guyyaa torbaa isa duukaa buʼuudhaan naannoo gaarotaa Giiliyaaditti isa bira gaʼe.
22 Guyyaa sadaffaatti Yaaqoob baqachuun isaa Laabaanitti himame. 23 Kanaafuu, inni obboloota* isaa fudhatee adeemsa guyyaa torbaa isa duukaa buʼuudhaan naannoo gaarotaa Giiliyaaditti isa bira gaʼe.