Uumama 25:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Kanaafuu, Esaawu Yaaqoobiin, “Maaloo, waanan dadhabeef,* dafiitii ittoo diimaa kee sana* irraa xinnoo* naaf kenni!” jedhe. Maqaan isaa Edoom*+ kan jedhame kanaafi.
30 Kanaafuu, Esaawu Yaaqoobiin, “Maaloo, waanan dadhabeef,* dafiitii ittoo diimaa kee sana* irraa xinnoo* naaf kenni!” jedhe. Maqaan isaa Edoom*+ kan jedhame kanaafi.