-
Uumama 33:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yaaqoob garuu akkana jedhe: “Maaloo, na hin didin. Si duratti fudhatama argadheera yoon taʼe, ija kee arguuf waanan fideef kennaa koo na harkaa fudhadhu. Ani fuula kee arguu koo, akkuman fuula Waaqayyoo argettan ilaala; atis gammachuudhaan na simatteetta.+
-