-
Uumama 29:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Yaaqoob Raahelii wajjinis saalqunnamtii raawwate; Liyaa caalaas Raaheliin jaallate; waggaa dabalataa torbaafis Laabaaniin ni tajaajile.+
-
-
Ruut 4:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yeroo kanatti namoonni karra magaalattii keessa jiran hundii fi jaarsoliin sun akkana jedhan: “Nuti ragoota dha! Yihowaan haadha manaa ishii gara mana keetti seentu tana akka Raahelii fi akka Liyaa warra manni Israaʼel irraa argame sanaa haa godhu. Atis Efraataa keessatti sooressa taʼi; Beetaliheem keessattis maqaa gaarii qabaadhu.
-