LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Ruubenotaa fi Gaadotaaf+ immoo Giiliyaad irraa jalqabee hamma Sulula* Arnoonitti nan kenne. Walakkaan sululichaas daangaa isaa ture. Kana malees hamma Yaaboq, jechuunis hamma sulula daangaa Amoonotaa taʼe sanaatti,

  • Iyyaasuu 12:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Mootii Amoorotaa kan taʼe Sihoon+ isa Heshboon keessa jiraachaa turee fi Aroʼer+ ishii qarqara Sulula* Arnoonitti+ argamtu, walakkaa sululichaa fi walakkaa Giiliyaad irraa hamma Sulula* Yaaboq isa daangaa Amoonotaa taʼetti bulchaa ture.

  • Abbootii Murtii 11:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Mootiin Amoonotaas ergamtoota Yiftaatiin, “Si waraanuuf kanan dhufe, Israaʼelonni yommuu biyya Gibxii keessaa baʼanitti+ Arnoonii+ jalqabee hamma Yaaboqittii fi hamma Yordaanositti+ biyya koo waan fudhataniifi. Amma nagaadhaan naaf deebisi” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi