- 
	                        
            
            Abbootii Murtii 13:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
17 Achiis Maanoʼaan, “Yommuu wanti ati dubbatte raawwatamu ulfina akka siif kenninuuf maqaan kee eenyu?”+ jedhee maleekaa Yihowaa gaafate. 18 Haa taʼu malee, maleekaan Yihowaa, “Dinqisiisaa waan taʼeef, maaliif maqaa koo gaafatta?” isaan jedhe.
 
 -