Uumama 32:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Innis akka isa hin moone yommuu hubatu, buusaa luqqeettuu isaa tuqe; yeroo isaa wajjin waldhaansoo gochaa turettis buusaan luqqeettuu Yaaqoob buqqaʼee ture.+
25 Innis akka isa hin moone yommuu hubatu, buusaa luqqeettuu isaa tuqe; yeroo isaa wajjin waldhaansoo gochaa turettis buusaan luqqeettuu Yaaqoob buqqaʼee ture.+