- 
	                        
            
            Uumama 32:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 akkana jedhees isaan ajaje: “Esaawu gooftaa kootiin akkana jedhaa: ‘Tajaajilaan kee Yaaqoob akkana jedha: “Ani hamma ammaatti yeroo dheeraadhaaf Laabaanii wajjin jiraadheera.*+ 5 Ani qotiyyoowwan, harroota, hoolota, tajaajiltoota dhiiraa fi durbaa argadheera;+ si duratti fudhatama argachuufis ergaa kana gara si gooftaa kootti ergeera.”’”
 
 -