-
Iyyaasuu 24:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Achiis Iyyaasuun gosoota Israaʼel hundumaa Sheekemitti walitti qabe; jaarsolii Israaʼel, dura buutota isaanii, abbootii murtii isaanii fi geggeessitoota isaaniis+ ni waame; isaanis Waaqa dhugaa dura dhaabbatan.
-