2 Saamuʼel 13:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Abishaalom, Amnoon obboleettii isaa Taamaariin salphisuu+ isaatiin kan kaʼe waan isa jibbeef,+ hamaas taʼe gaarii wanta tokko illee Amnoonitti hin dubbanne.
22 Abishaalom, Amnoon obboleettii isaa Taamaariin salphisuu+ isaatiin kan kaʼe waan isa jibbeef,+ hamaas taʼe gaarii wanta tokko illee Amnoonitti hin dubbanne.