Uumama 34:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Hamooris akkana isaaniin jedhe: “Ilmi koo Sheekem intala teessan baayʼee jaallateera.* Maaloo, isatti heerumsiisaa; 9 gaaʼelaanis nutti firoomaa. Ijoollee durbaa keessan nuu kennaa; ijoollee durbaa keenya immoo ofii keessaniif fudhadhaa.+
8 Hamooris akkana isaaniin jedhe: “Ilmi koo Sheekem intala teessan baayʼee jaallateera.* Maaloo, isatti heerumsiisaa; 9 gaaʼelaanis nutti firoomaa. Ijoollee durbaa keessan nuu kennaa; ijoollee durbaa keenya immoo ofii keessaniif fudhadhaa.+