Uumama 46:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Intala isaa Diinaa+ dabalatee kanneen kun ilmaan Liyaan Phaadaan Aaraam keessatti Yaaqoobiif deesse dha. Ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa isaa* walumaa galatti 33 turan.
15 Intala isaa Diinaa+ dabalatee kanneen kun ilmaan Liyaan Phaadaan Aaraam keessatti Yaaqoobiif deesse dha. Ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa isaa* walumaa galatti 33 turan.