LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 27:42-44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Ribqaan wanti ilmi ishii inni angafaa Esaawu dubbate yommuu itti himamu, yeruma sana ilma ishii isa quxisuu Yaaqoobitti ergitee erga waamsistee booda akkana isaan jette: “Kunoo, obboleessi kee Esaawu si ajjeesuudhaan haaloo baʼuuf karoorfateera.* 43 Egaa yaa ilma koo, akkuman siin jedhu godhi. Kaʼiitii gara obboleessa koo Laabaan isa Kaaraan jirutti baqadhu.+ 44 Aariin obboleessa keetii hamma qabbanaaʼutti, yeroo muraasaaf isaa wajjin jiraadhu;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi