LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 28:20-22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Achiis Yaaqoob akkana jedhee wareege: “Waaqayyo anaa wajjin yoo taʼe, adeemsa koo irrattis eegumsa yoo naaf godhe, nyaatan nyaadhuu fi uffatan uffadhu yoo naaf kenne, 21 akkasumas nagaadhaan gara mana abbaa kootti yoon deebiʼe, dhugumaan Yihowaan Waaqa koo taʼuu isaa argisiiseera jechuu dha. 22 Dhagaan ani akka siidaatti dhaabe kun mana Waaqayyoo ni taʼa;+ anis dhugumaan wanta naaf kennitu hundumaa irraa harka kudhan keessaa harka tokko siif nan kenna.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi