Uumama 25:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yisihaaq yommuu Ribqaa fuudhetti umuriin isaa waggaa 40 ture; ishiin intala Beetuʼel+ Aaraamichaa isa nama biyya Phaadaan Aaraam taʼe sanaa fi obboleettii Laabaan Aaraamichaa turte. Uumama 25:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Sana booda, obboleessi isaa harka isaatiin koomee Esaawu qabatee dhalate;+ kanaafuu, inni maqaa isaa Yaaqoob*+ jedhee moggaase. Ishiin yommuu isaan deessetti Yisihaaq umuriin isaa waggaa 60 ture.
20 Yisihaaq yommuu Ribqaa fuudhetti umuriin isaa waggaa 40 ture; ishiin intala Beetuʼel+ Aaraamichaa isa nama biyya Phaadaan Aaraam taʼe sanaa fi obboleettii Laabaan Aaraamichaa turte.
26 Sana booda, obboleessi isaa harka isaatiin koomee Esaawu qabatee dhalate;+ kanaafuu, inni maqaa isaa Yaaqoob*+ jedhee moggaase. Ishiin yommuu isaan deessetti Yisihaaq umuriin isaa waggaa 60 ture.