-
Uumama 36:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Dhuma irrattis ilmaan Oholibaamaa haadha manaa Esaawu kanneen kana turan: Dura Buʼaa Yeʼuush, Dura Buʼaa Yaalaamii fi Dura Buʼaa Qoraa. Kanneen kun ilmaan Oholibaamaa warra dura buutota taʼani dha; Oholibaamaan intala Anaa ishii haadha manaa Esaawu taate dha.
-