Ibroota 11:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Abeel amantiidhaan aarsaa isa kan Qaayin caalaa gatii qabu+ Waaqayyoof dhiheesse; Waaqayyo kennaa isaa waan fudhateef,*+ karaa amantii sanaa qajeelaa akka taʼe ragaa isaaf baʼame; inni kan duʼe taʼus amma iyyuu karaa amantii isaa dubbachaa jira.+
4 Abeel amantiidhaan aarsaa isa kan Qaayin caalaa gatii qabu+ Waaqayyoof dhiheesse; Waaqayyo kennaa isaa waan fudhateef,*+ karaa amantii sanaa qajeelaa akka taʼe ragaa isaaf baʼame; inni kan duʼe taʼus amma iyyuu karaa amantii isaa dubbachaa jira.+