1 Seenaa Baraa 2:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ilmaan Yihudaa, Eer, Onaanii fi Sheelaa turan. Yihudaan ilmaan kana sadan kan dhalche intala Shuʼaa Kanaʼaanittii irraa ture.+ Haa taʼu malee, Eer ilmi Yihudaa inni angafaa Yihowaa waan gaddisiiseef, inni isa ni ajjeese.+
3 Ilmaan Yihudaa, Eer, Onaanii fi Sheelaa turan. Yihudaan ilmaan kana sadan kan dhalche intala Shuʼaa Kanaʼaanittii irraa ture.+ Haa taʼu malee, Eer ilmi Yihudaa inni angafaa Yihowaa waan gaddisiiseef, inni isa ni ajjeese.+