-
Uumama 38:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yihudaanis Taamaar ishii haadha manaa ilma isaa taateen, “Ilmi koo Sheelaan hamma guddatutti akka dubartii abbaan manaa irraa duʼeetti mana abbaa keetii keessa jiraadhu” jedhe; akkana kan jedhe, ‘Tarii innis akkuma obboloota isaa ni duʼa’+ jedhee waan yaadeef ture. Kanaafuu, Taamaar deemtee mana abbaa ishii keessa jiraachuu jalqabde.
-