LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 41:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Achiis Faraʼoon qubeellaa chaappaa isaa quba isaa irraa baasee quba Yoseefitti kaaʼe; akkasumas uffata baʼeessa quncee talbaa irraa tolfame isatti uwwise; amartii mormaa warqiis morma isaatti kaaʼe.

  • 1 Mootota 21:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kanaafuu, ishiin maqaa Ahaabiin xalayaawwan barreessitee isaan irratti chaappaa Ahaab ni goote;+ achiis xalayaawwan sana gara jaarsolii+ fi guguddoota magaalaa Naabot keessa jiraatanitti ergite.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi