-
Uumama 39:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yeroo boodas inni wanta kan isaa taʼe hundumaa toʼannaa Yoseef jala galche; inni wanta nyaatu qofa murteessa ture. Kana malees, Yoseef nama dhaabbiin isaa toluu fi bifti isaa miidhagu taʼe.
-