Baʼuu 2:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yeroo dheeraa* boodas mootiin Gibxii ni duʼe;+ Israaʼelonni garuu garboota taʼuu isaaniitiin kan kaʼe aaduu isaanii fi gaddaan iyyuu isaanii itti fufan; iyyi isaan sababii garbummaa isaaniitiin dhageessisanis gara Waaqa dhugaatti ol baʼe.+ Hojii Ergamootaa 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kana malees, Waaqayyo sanyiin isaa biyya kan isaanii hin taane keessatti orma taʼanii akka jiraatanii fi namoonni sunis garboota godhatanii waggaa 400f akka isaan cunqursan* isatti hime.+
23 Yeroo dheeraa* boodas mootiin Gibxii ni duʼe;+ Israaʼelonni garuu garboota taʼuu isaaniitiin kan kaʼe aaduu isaanii fi gaddaan iyyuu isaanii itti fufan; iyyi isaan sababii garbummaa isaaniitiin dhageessisanis gara Waaqa dhugaatti ol baʼe.+
6 Kana malees, Waaqayyo sanyiin isaa biyya kan isaanii hin taane keessatti orma taʼanii akka jiraatanii fi namoonni sunis garboota godhatanii waggaa 400f akka isaan cunqursan* isatti hime.+