Baʼuu 28:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Namoota dandeettii* qaban, warra ani hafuura ogummaatiin guute+ hundumaatti ni dubbatta; isaanis Aaron qulqulluu akka taʼuu fi luba taʼee akka na tajaajiluuf isaaf uffata ni tolchu. Baʼuu 35:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “‘Isin gidduudhaa namni dandeettii* qabu hundi+ dhufee wanta Yihowaan ajaje hundumaa haa raawwatu;
3 Namoota dandeettii* qaban, warra ani hafuura ogummaatiin guute+ hundumaatti ni dubbatta; isaanis Aaron qulqulluu akka taʼuu fi luba taʼee akka na tajaajiluuf isaaf uffata ni tolchu.
10 “‘Isin gidduudhaa namni dandeettii* qabu hundi+ dhufee wanta Yihowaan ajaje hundumaa haa raawwatu;