-
Baʼuu 35:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Warri garaan isaanii isaan dirqisiise hundii+ fi hafuurri isaanii isaan kakaase hundi dhufanii, dunkaana walgaʼichaatiif, tajaajila achi keessatti raawwatamu hundumaatiif, akkasumas uffatawwan qulqulluudhaaf akka taʼutti buusii isaanii Yihowaadhaaf ni fidan.
-
-
Baʼuu 35:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Dubartoonni dandeettii qaban warri garaan isaanii isaan dirqisiise hundi rifeensa reʼee ni foʼan.
-