Baʼuu 31:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Akka isa gargaaruufis Oholiyaab+ ilma Ahisaamaak isa gosa Daan taʼe muudeera; ani garaa namoota dandeettii* qaban hundumaa keessa ogummaa nan kaaʼa; kunis wanta ani si ajaje kana hundumaa akka hojjetaniifi:+
6 Akka isa gargaaruufis Oholiyaab+ ilma Ahisaamaak isa gosa Daan taʼe muudeera; ani garaa namoota dandeettii* qaban hundumaa keessa ogummaa nan kaaʼa; kunis wanta ani si ajaje kana hundumaa akka hojjetaniifi:+