-
Baʼuu 26:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 “Maqaaniiwwan sana warqiidhaan ni uwwista;+ amartiiwwan danqaraawwan sun keessa loʼan warqii irraa ni tolchita; danqaraawwan sanas warqii ni uwwista.
-