-
Baʼuu 26:36, 37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame walitti dhaʼuudhaan balbala dunkaanichaatiif golgaa tokko ni hojjetta.+ 37 Golgaa kanaafis muka laaftoo irraa utubaawwan shan tolchitee warqiidhaan ni uwwista. Hookkoowwan isaanii warqii irraa ni tolfamu; sibiila diimaa baqsitees miiloowwan uraa qaban shan isaaniif ni tolchita.
-