-
2 Seenaa Baraa 5:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Danqaraawwan sun baayʼee dhedheeroo waan turaniif, Kutaa Qulqulluu kutaa isa keessaa fuuldura jiru keessa dhaabbatanii fiixeewwan isaanii arguun ni dandaʼama ture; alaan garuu arguun hin dandaʼamu ture. Isaanis hamma harʼaatti achitti ni argamu.
-