-
Baʼuu 1:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Dhoqqee suphee isaan bukeessisuudhaan, xuubii hojjechiisuudhaan, hojii garbummaa hundumaas maasii keessatti isaan hojjechiisuudhaan, hojii cimaadhaan jireenya isaanii isaanitti hadheessan. Eeyyee, isaan hojii garbummaa hundumaatiin haala rakkisaa taʼe keessatti akka dhamaʼan godhan.+
-
-
Keessa Deebii 26:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Warri Gibxiis nu dhiphisan, nu cunqursan, akkasumas garbummaa jala galchanii hojii cimaa nu hojjechiisan.+
-