-
2 Mootota 18:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Achiis Raabshaaqichi dhaabbatee sagalee isaa ol kaasee afaan Yihudootaatiin akkana jedhe: “Dubbii mootii Asoor, mooticha isa guddaa dhagaʼaa.+
-
-
2 Mootota 18:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Waaqolii biyyoota kanaa hunda keessaa biyya isaa harka koo jalaa oolchuu kan dandaʼe eenyu? Maarree, Yihowaan akkamitti Yerusaalemiin harka koo jalaa oolchuu dandaʼa?”’”
-