-
Lakkoofsa 4:46, 47Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 Museen, Aaronii fi ajajjoonni Israaʼel, akka maatii maatii isaaniittii fi akka manneen abbootii isaaniitti Leewwota kana ni galmeessan; 47 isaan umuriin isaanii waggaa 30 hamma 50 ture; hundi isaaniis dunkaana walgaʼii wajjin haala wal qabateen akka tajaajilanii fi baʼaawwan akka baataniif ramadamanii turan.+
-