-
Baʼuu 30:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Araara lubbuu keessaniif godhamuuf namni sooressa taʼe sheeqilii* walakkaa caalaa, namni hiyyeessa taʼes sheeqilii walakkaadhaa gad Yihowaadhaaf buusii godhee kennuu hin qabu.
-