-
Baʼuu 35:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Warri foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa, foʼaa quncee talbaa baʼeessa, rifeensa reʼee, gogaa korbeessa hoolaa halluu diimaa cuuphamee fi gogaa tahaash qaban hundi wanta qaban ni fidan.
-