-
Baʼuu 28:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Ilmaan Israaʼeliif dhagoota yaadannoo akka taʼaniifis dhagoota lamaan kana kutaa efuudichaa isa gateettii irra oolu irra ni keessa;+ Aaronis yaadannoodhaaf akka taʼutti maqaa isaanii kana Yihowaa duratti gateettii isaa lamaan irratti ni baata.
-