-
Baʼuu 1:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Dhoqqee suphee isaan bukeessisuudhaan, xuubii hojjechiisuudhaan, hojii garbummaa hundumaas maasii keessatti isaan hojjechiisuudhaan, hojii cimaadhaan jireenya isaanii isaanitti hadheessan. Eeyyee, isaan hojii garbummaa hundumaatiin haala rakkisaa taʼe keessatti akka dhamaʼan godhan.+
-