-
Baʼuu 38:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Innis wantoota kanatti fayyadamee miiloowwan uraa qaban warra balbala dunkaana walgaʼii sanaaf oolan, iddoo aarsaa sibiila diimaa irraa tolfame sana, waan akka gingilchaa sibiila diimaa irraa tolfame sanaa fi miʼawwan iddoo aarsaa hundumaa ni tolche;
-