Baʼuu 35:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “‘Isin gidduudhaa namni dandeettii* qabu hundi+ dhufee wanta Yihowaan ajaje hundumaa haa raawwatu; Baʼuu 36:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 “Bezaaliʼel, Oholiyaabii fi nama dandeettii* qabu hundumaa wajjin ni hojjeta; namoonni kun akkuma Yihowaan ajajetti hojii tajaajila qulqulluu hundumaa hojjechuu akka beekaniif Yihowaan ogummaa fi hubannaa isaaniif kenneera.”+
10 “‘Isin gidduudhaa namni dandeettii* qabu hundi+ dhufee wanta Yihowaan ajaje hundumaa haa raawwatu;
36 “Bezaaliʼel, Oholiyaabii fi nama dandeettii* qabu hundumaa wajjin ni hojjeta; namoonni kun akkuma Yihowaan ajajetti hojii tajaajila qulqulluu hundumaa hojjechuu akka beekaniif Yihowaan ogummaa fi hubannaa isaaniif kenneera.”+