Lakkoofsa 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Museen guyyaa godoo qulqulluu sana dhaabee xumuretti,+ miʼawwan isaa hundumaa, iddoo aarsaa, miʼawwan iddoo aarsaa hundumaa+ fi godoo qulqulluu sana ni dibe,+ akkasumas ni qulqulleesse. Wantoota kana yommuu dibee fi yommuu qulqulleessetti,+
7 Museen guyyaa godoo qulqulluu sana dhaabee xumuretti,+ miʼawwan isaa hundumaa, iddoo aarsaa, miʼawwan iddoo aarsaa hundumaa+ fi godoo qulqulluu sana ni dibe,+ akkasumas ni qulqulleesse. Wantoota kana yommuu dibee fi yommuu qulqulleessetti,+