-
Baʼuu 26:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 “Minjaalicha golgaa sanaa ala ni keessa; baattuu ibsaa+ sana immoo godoo qulqulluu sana keessa kallattii kibbaatiin fuullee minjaalichaa ni keessa; minjaalichas kallattii kaabaatiin ni keessa.
-