11 Maarree, karaa lubummaa Leewwii cubbuu irraa walaba taʼuun ni dandaʼama utuu taʼee+ (sababiin isaas, Seera sabichaaf kenname keessaa lubummaan tokko ture), lubni akka Aaron utuu hin taʼin akka Malkiseedeq+ jedhame kan biraan kaʼuun isaa maaliif barbaachisa ture?