-
Baʼuu 5:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Isaan garuu, “Waaqni Ibrootaa nutti dubbatee ture. Maaloo, gara lafa onaatti adeemsa guyyaa sadii deemnee Waaqa keenya Yihowaadhaaf aarsaa dhiheessuu barbaanna;+ taʼuu baannaan garuu, inni dhukkubaan yookiin goraadeedhaan nu fixa” isaan jedhan.
-