-
Baʼuu 38:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Golgaan balbala mooraa sanaa foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame irraa walitti kan dhaʼame ture. Golgaan kun dheerinni isaa dhundhuma 20, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma 5 yeroo taʼu, ol dheerinni isaa ol dheerina golgaa mooraa sanaa wajjin wal qixa dha.+
-