LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 9:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yeroo duumessichi dunkaanicha irraa kaʼu hundumaatti, Israaʼelonni yeruma sana kaʼanii deemu turan;+ bakka duumessichi turutti immoo Israaʼelonni ni buufatu turan.+

  • Lakkoofsa 9:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Guyyaa lamas taʼe jiʼa tokko yookiin sanaa ol, duumessichi yeroo godoo qulqulluu sana irra turu hundumaatti, Israaʼelonni akkuma buufatanitti ni turu, kaʼaniis hin deeman turan. Yommuu inni kaʼutti garuu, kaʼanii deemu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi