-
Lakkoofsa 9:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Wanti taʼaa ture kana dha: Guyyaa guyyaa duumessichi isa ni haguuga, halkan halkan immoo wanti ibidda fakkaatu irratti ni mulʼata ture.+
-
-
Faarfannaa 78:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Guyyaa duumessaan,
Halkan guutuu immoo ifa ibiddaatiin isaan geggeesse.+
-