Keessa Deebii 4:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Isin garuu akkuma harʼa taatan kana saba qabeenya dhuunfaa* isaa akka taataniif+ warra Yihowaan iddoo ibiddaa* sibiila itti baqsan keessaa, jechuunis biyya Gibxii keessaa baase dha.
20 Isin garuu akkuma harʼa taatan kana saba qabeenya dhuunfaa* isaa akka taataniif+ warra Yihowaan iddoo ibiddaa* sibiila itti baqsan keessaa, jechuunis biyya Gibxii keessaa baase dha.