-
Baʼuu 6:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Boodas Museen ergaa kana Israaʼelotatti ni hime; isaan garuu abdii kutachuu isaaniitiin, akkasumas garbummaa hamaa sanaan kan kaʼe Musee hin dhageenye.+
-