Uumama 46:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ilmaan Leewwii,+ Geershon, Qehaatii fi Meraarii turan.+ Lakkoofsa 26:57 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 57 Leewwota keessaa akka maatii maatii isaaniitti kan galmeeffaman kanneen kana turan:+ Geershon keessaa maatii Geershonotaa, Qehaat+ keessaa maatii Qehaatotaa, akkasumas Meraarii keessaa maatii Meraarotaa.
57 Leewwota keessaa akka maatii maatii isaaniitti kan galmeeffaman kanneen kana turan:+ Geershon keessaa maatii Geershonotaa, Qehaat+ keessaa maatii Qehaatotaa, akkasumas Meraarii keessaa maatii Meraarotaa.