Lakkoofsa 3:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Ilmaan Meraarii akka maatii maatii isaaniitti Maahlii+ fi Muushii+ turan. Kanneen kun akka manneen abbootii isaaniitti maatiiwwan Leewwotaa turan.
20 Ilmaan Meraarii akka maatii maatii isaaniitti Maahlii+ fi Muushii+ turan. Kanneen kun akka manneen abbootii isaaniitti maatiiwwan Leewwotaa turan.